Arsiin godinaalee Oromiyaa keessa isa tokko. Maqaan godinaa kan moggaafame ummata Oromoo Arsii ilma Booranaa irraahi. Ummatni Arsii baayyinnaan naannoo Baalee fi Arsii keessa jiraatu.
Dangaa Godina Arsi
Kibbaan - Baale
Kibba Dhihaan - Sabaa, Sablammoota fi Ummattoota Kibbaa
Kaaba Dhihaan - Shawaa Bahaa
Kaaban - Mootummaa Naannoo Affaar
Bahaan - Harargee Dhihaa
Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa akka gabaasetti bunni tonii 2198 ta'u gara dhumaa bara 2005 akka aanaa kanatti oomishama. Kunis gabaasa Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa irraa fudhatame. Kuni immo basii 1.9% Arsi yoo ta'u, Itoophiyaafi immo basii 0.97% ta'a. Magaalaa guddoon Arsii Asalla yoo ta'u, lafonni biraa Arsii kessatti argaman kan akka Abomsa fi Asasa jedhamani ni jiru.
Baay'ina ummataa 3,135,686 - dhiira 1,557,984 fi dubartoota 1,577,702. Dhibbeentaan 12.3% (386,707) kan ta'an [[magaalaa]]tti galu. CSA 2005
Ballina - 23,724.44 sq Kiloomeetirii
Tuuta'insa Ummataa - 132.17 ummata sq Kiloomeetirii tokkoon.
Akka gabaasa [[ Caamsaa ]] - 24, 2004 Meemorandamii Baankii Addunyaatti ummata keessaa dhibbeentaan 4 elektiriikii fayyadama.
Kuufama karaa konkolaataa - 45.0 kilometers per 1000 square kilometers, Nami baadiyyaa tokko giddugaleessa heektaara lafaa 1.2 yoo qabaatuu fi horii hanga 1.1. Dhibbeentaan 84 ijoollee fudhatamte mana barumsa sadarkaa tokkoffaa baratan yoo ta'an, parsantii 22% immoo mana barumsa sadarkaa lammaffaa keessatti argamu. Parsantiin 17% lafa Arsii Busaan qabamaniiru, garuu tokkolleen tisiisa Tsetse fly jedhamtuun hin qabamne.
- ↑ 1.0 1.1 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii
saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin
jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1
gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama.
Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin
gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof
nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko
tokkorrammoo turuu danda’a.
Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee
adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii
harka keessaa qabu.
1. Dhiphina/muddama sammuu (stress)
2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression)
3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee
sammuu keessa jiraachuu.
4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu
5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu.
AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA?
Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha
mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana
keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa
balleessu.
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo
xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa
dhangalaasuutti geessa.
2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation)
fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu
gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii
hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo
qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira
deeman illee qabachuu danda’an.
3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee
sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa
dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi
qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara.
Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.
4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti
yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee
bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.
5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan
haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.
6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin
godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa.
Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa
deema.
7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa
deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi
xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka
dhangala’u waan taasisuuf.
Fayyaan faaya
Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu
Faayidaa Timiraa
Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu
Mallattolee Dadhabuu Onnee
Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa
Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya?
Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa
Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii
Faayidaa Jinjibilli Qabu